Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Jaal Abbeen, Bara 2018 wayta hogganni Adda Bilisummaa Oromoo gara biyyaa deebi’een booda, bobbaa jila ABO Godina Jimmaatti taasifameef koree simannaa keessatti adda durummaan socho’ee qooda mul’ataa kenneera.
READ MORE
Sheek Adam Tuulaa Onkoloolessa 18,2022 boqotan
READ MORE
Jaal Mokonnin Galaan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfamu keessatti qooda fudhataniin bu’uureffamuu ABO irraa eegalanii qooda qabsoo bahachaa turaniiru. Dirqama dhaabaa ofitti fudhatuun hojjechaa turan.
READ MORE
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n du’aan boqachuu Jaal Abdallaa Haaj-Leellisoo dhagahutti gaddi itti dhagahame guddaa tahuu ibsa.
READ MORE
Jaal Garramuun hojii dhuunfaa isaanii hojjetuun cinaatti, dirqama qabsoo irra osoo jiranii bara bulchiinsa mootummaa abbaa irree wayyaanee qabamuudhaan bara 1994 hanga 2008tti waggoota 14f manneen hidhaa garagaraa keessatti hiraarfamaa turan.
READ MORE
Haloo Daawwee weellistuu qofa osoo hin taane, qabsooftuu qabsoo bilisummaa Oromoo ABOn durfamutti miseensa tahuun hawwisoo Dirree Bahaa kan Abdii Qophee keessatti argamu Hawwisoo Caffee Gadaa miseensi Koree Gidduu ABO yeroo sanaa Jaal Nadhii Gammadaa gadi dhaaban keessatti miseensa tahuun WBO bohaarsuu fi ummata keenya dammaqsuu keessatti qooda guddaa kennaa turte.
READ MORE