Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Oromoon tokkummaa isaa eeggachuu fi jabeessuu qaba. Duuti Oromoo tokkoo du’a Oromoo isa kan biraa ti. Salphinni Oromoo tokkoo salphina Oromoo hundumaa ti. Oromoon gola Oromiyaa mara keessa jiru marti gamtaadhaan ka’ee, ajjeefamuu fi salphifamuu Oromoo murni Badhaadhinaa Oromoo irratti raawwachaa jiru kana mormuu fi balaaleffachuu qaba. Tokkummaa fi cichoominni keenya bara 2018 keessa mootummaan EPDRF akka of haaressu dirqisiisee ture.
READ MORE
DHAAMSA ABO BARA HAARAA 2023
READ MORE𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗻𝗶 𝗤𝗲’𝗲𝗲 𝗳𝗶 𝗤𝗮𝗯𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗕𝘂𝗾𝗾𝗮’𝗲, 𝗔𝗺𝗺𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗗𝗲𝗴𝗴𝗲𝗿𝘀𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗮 [SBO – ONKOLOOLESSA 06,2022] Weerara waraana mootummaa Bilxiginnaa fi Faannoo harka lafa jalaan gamtaa uumanii isa weeraraniin qe’ee fi qabeenya isaa irraa buqqa’ee magaalotaa fi bakkoota adda addaatti kan faca’ee dirree irratti hafan lammiileen Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ammallee deggersa lammii barbaadu. Haa ta’u
READ MORE
Godina Wallagga Bahaa Ona Giddaa Ayyaanaatti haleellaa haaraa tibbana humna goolessituu/finxaaleyyii Amaaraan raawwatameen lammiileen Oromoo 12 ajjeesamuu BBCn qondaala bulchiinsa naannoo sanii waabeffachuun gabaaseera.
READ MORE