Dhumaatii Ummata Nagaa Irra Ga’aa Jiruuf Gaafatamaan, Mootummaa Federaalaa Dhumaatii Kana raawwataa fi Haala Mijeessaa Jiruu dha.0
- IJOO DUBBII
- November 19, 2022
Godinoota Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti humnootni finxaaleyyii duguuggaa ummata irraan ga’aa turanii fi jiran quba qabeenya mootummaa fi qindoomina mootummaa Bilsiginnaan ta’uun shakkiin hin jiru.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo












