North Sea oil industry faces dire future
- Uncategorized
- December 25, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Hongee cimaa waggoota sadan darbaniif Godina Booranaatti mudateen qabeenya beeyladaa miliyoona 7.2 keessaa miiliyoona 3.3 kan du’an yoo ta’u, beeyladoota du’an keessaa %85 ammoo loowwan ta’un himameera.
READ MORE
Dhiibbaa Dhiigaa, Sukkaaraa fi Kilostiroliin mana hidhaa keessatti kan hiraaraa jiru Jaal Kennasaan, amma immoo Diiskiin dugdaa rakkoo godhatuun haala hamtuu keessatti waan argamuuf, J/Kennasaan hidhaa irraa ba’ee akka waldhaanamuuf kanneen dhimmi ilaaluu fi hawaasni Oromoo bakka jiru hundaa sagalee ta’uufii akka qabu, sirna PP irratti dhiibbaa akka godhu dhaamsa dabarsina.
READ MORE
Lammiileen Oromoo Godina Wallagga Bahaa irraa weerara finxaaleyyii Amaaraa Faannoon qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’an gargaarsa malu dhabanii rakkoo guddaa keessa jiru.
READ MORE
Jaal Kennasaan akka malee dhukkubsatee jiraachuu kan ibsu oduun kun, gargaarsa namaan/qabaa malee socho’uu kan hin dandeenye ta’uu hubachiisa.
READ MORE
Weerarri Koleeraa yeroo jalqabaatiif Hagayya 27, 2022 Godina Baalee Ona Harannaa Bulluqitti eegaluudhaan gara godinoota waldaangessan Arsii Lixaa Ona Nansaboo fi Godina Gujii akkasumas Ona Liibanitti babal’atuu OCHAn ifa godhe.
READ MORE
Himatni osoo irratti hin banamin, kaaniif ammoo mirgi wabii eegameefii osoo jiruu, namootni kunniin himata tokko malee akkasumatti hidhamanii mana hidhaa keessa teessifamaa jiraachuu abukaatoon qondaalota ABO hidhaa jiranii Obbo Tuulii Baay’isaa yaada BBCf kennan kanaan addeessaniiru.
READ MORE